Used Macaafa Qulqulluu for iOS?
Developer’s Description
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin gaee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Hara namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhagaama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Developed byWaktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajji, 2020
Explore More

Batoto: The world of comic
Free
iDinosaurAR
Free
Praxis14
Free
Boj - Musical Mayhem
Paid
Farsi Audiobooks - Maktub
Free
Manga Storm - The Ultimate Manga Reader
FreeDon't Let the Pigeon Run This App!
Paid
Bedtime Stories - Night Train
Paid
MoPSE e-Library
FreeRedChapters
FreeBookBuddy - Book Library Manager
FreeLovella - Novels Audiobooks
Free
